ICPPED raggaasisuun bu’uura roga hojii seeraa biyyaalessaa daran cimsuu fi ittisa, qorannoo, itti gaafatamummaa fi beenyaa miidhamtootaa fi maatii isaaniif kutannoo haaromfame agarsiisa
Leenjiwwan kunneen adeemsi cee’umsa haqaa qajeeltoowwan mirgoota namoomaa irratti hundaa’uun bu’aa haqa qabeessaa fi itti fufiinsa qabu fiduuf gumaacha olaanaa kan qabanii dha
Dhaabbilee hawaasumma waliin tumsuu; adeemsa cee’umsa haqaa keessatti hirmaannaa ummataa mirkaneessuudhaaf shoora ol’aanaa taphata
Ibsa Gaazexeessummaa
‘Jijjiiramni qilleensaa jiraanya namootaa, waan ittiin jiraatanii fi bu’uura mirgootaa irratti dhiibbaa kallatti waan qabaatuuf, ka’umsa balaa mirgoota namoomaa ta’a
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa muummee too’ataa walabaa Waliigaltee mirgoota qaama miidhamtootaa ta’uuf deema
Adeemsa ce’umsa haqaa karaa walabaa fi of danda’een hordofuuf dandeettii ogeeyyotaa cimsuun barbaachisaadha
Itoophiyaatti eegumsa mirgoota namoomaa cimsuu fi rakkoolee furuuf tumsi dhaabbilee hawaasa siivilii mirgoota namoomaa irratti hojjetanii gahee olaanaa qaba
Miidhaa maanguddoota irratti raawwatamu hambisuuf hojii hubannoo uumuu cinatti bu’uura seeraa, imaammataa fi dhaabbilee deebii qabatamaa kennan diriirsuun barbaachisaa dha
Leenjiin kun kabajamuu mirgoota namoomaa hawaasa keessattis ta’ee qaamolee raawwachiiftuu gidduutti cimsee, beekumsaa fi dandeettii qajeeltoowwan mirgoota namoomaa hojiirra oolchuuf barbaachisan akka horatan carraa uumeera