Cee’umsa haqaa hunda hammatee fi hirmaachisaa akka ta’uuf hirmaannaa fi gumaachi dhaabbilee hawaasa siivikii fi dhaabbilee mirgoota namoomaa biyyoolessaa gidduutti qindoominni bu’a qabeessa ta’e jiraachuun barbaachisaa dha.
Siriilaankaa, Onkololeessa 4, 2019
Leseetoo, Onkololeessa 3, 2019 A.L.I
Ibsi kun bara gabaasichaa keessatti hordoffii fi Qorannoo mirgoota Namoomaa taasifamen odeeffannoo fi ragaalee KMNI’n funaannate irratti kan hundaa’e fi bu’aalee abdachiisaa fi dhimmoota yaaddessa ta’an kan ofkeessa dha
Adaamaa, Fulbaana 28, 2019 A.L.I
Baahir Daar, Fulbaana 23, 2019A.L.I
Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 A.L.I.
Adaamaa, Fulbaana 20, 2019 A.L.I(KMNI)
Komishiniin Mirgoota Namooma Itoophiyaa (KMNI) walitti bu’iinsi hidhannoo mudate hatattamaan akka dhaabbatu, garaagarummaan jiru marii qofaan akka hiikkamu, akkasumas namoonni nagaa fi bu’uuraaleen siiviilii eegumsa maluuf akka argatan waamicha dhiyeesse
ICPPED raggaasisuun bu’uura roga hojii seeraa biyyaalessaa daran cimsuu fi ittisa, qorannoo, itti gaafatamummaa fi beenyaa miidhamtootaa fi maatii isaaniif kutannoo haaromfame agarsiisa