Sadarkaa Hojiirra oolmaa Mirgoota Namoomaa Idil-adunyaa bu’a-qabeessa dandeettii dhaabbilee Hawaasa Siivikii (DhHS) irratti hundaa’ee fi tooftaa biyyoolessaa hordoffii fi gabaasa cimaa yeroon dhiyaatu haala mijeessuu
Komishinarri Ol’aanaan Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) miidhaa dhaqqabeef gadda isaanitti dhaagayame ibsanii, gargaarsi qindoominaa fi hatattamaa akkasumas deebiin mirgoota namoomaa miidhamtootaa kabaju akka itti kennamu yaadachiisaniiru
Koomishiiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa Qaamoleen Abbaa Seerummaa fi dimokiraasii tajaajila mirgoota namoomaa giddu galeessa godhate kennuudhaan Itoophiyaa mirgootni namoomaa aadaa itti ta’e uumuu keessatti gahee isaanii akka bahatan waamicha dhiyeesseera
Qaama miidhamtootaaf Mirgi hojjachuu akka kabajamu bu’uurri seeraa cimaan barbaachisaa dha
Dhaabbileen Biyaalessaa Mirgoota Namoomaa sadarkaa-A lamaan barumsa michummaa fi tumsa mirgoota namoomaa tarkaanfachiisuuf ejjannoo waliin qaban irra deebi’anii mirkaneessaniiru
Ajjeechaa, miidhaa qaamaa, manca’iinsa qabeenyaa fi buqqa’iinsa namoota bakkeewwan adda addaa naannoo Oromiyaa Godina Arsii keessatti dhaqqabaa jiru furmaata waaraa akka argatuuf, mootummaan federaalaa fi naannoo Oromiyaa humna nageenyaa gahaa godinicha keessatti bobbaasuu dabalatee, itti gaafatamummaa mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan hatattamaa, qabatamaa fi itti fufiinsa qaban fudhachuu barbaachisa
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa fi Gumiin Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa dhimmoota eegumsa mirgoota namoomaa fi ijaarsa nageenyaa irratti waliin hojjechuuf ‘Waliigaltee Jimmmaa’ mallatteessaniiru
Kunuunsaa, Nageenyummaa fi Eegumsa Sagalee Miidhamtootaa Mimsuun Adeemsa Haqaa Ce’umsaaKkeessatti Hirmaannaa Hiika Qabuu Taasisuuf Barbaachisaa dha
KMNI Biyyi keenya Itoophiyaan bara 2019 A.L.I‘tti Yaa’ii Waliigalaa Waldaa Gurmaa’insa Dhaabbilee Mirgoota Namoomaa Biyyoolessaa Afrikaa fi Yaa’ii marsaa 16ffaa kan woggaa lama lamaan geggeeffamu milkaa’inaan akka gaggeeffamuuf qooda fudhattoonni akka tumsaniifi gargaaran waamicha dhiyeessaa fi yaadni gorsaa KMNI’tiin dhiyaatan guutummaatti akka hojiirra oolan gaafatee jira
Ogeeyyiin Wirtuuwwan tursiisaa fi dandamachiisa mirgoota namoomaa daa’imman gochaa yakkaarratti argamanii fooyyessuun guddina hunda-galeessa daa’immaniitiif gahee olaanaa qaba