Walta’iinsa dhaabbilee cimaa hundeessuudhaan, hojii hubannoo uumuu itti fufiinsan hojjachuudhaan sirna haqaa walabaa fi itti gaafatamummaa qabu ijaaruun ni danda’ama
Qormaata baqattoota mudatu furuu fi adeemsa murteessuu keessatti hirmaannaa hiika qabu akka taasisaniif qindoominni qooda fudhattoonni hundaa barbaachisaadha
Imaammattoonni fi sagantaaleen dargaggoota giddugaleessa godhatan deebii quubsaa kan kennan, hunda-hammattoo fi ragaa qabatamaa irratti kan hundaa’an ta’uu isaanii mirkaneessuuf, tumsi qooda fudhattoota gidduu jiru caalaatti cimuu qaba
Ijaarama dubartootaa idilee hin taane Dhiittaa mirga dubartootaa ilaalchisee tajaajilli deeggarsa seeraa kennaman cimuu fi mirgoota namoomaa irratti kan xiyyeeffatan ta’uu qabu
Karoorri furmaata waara fi raawwiin fedha, nageenyi, kabajni namoomaa fi hirmaannaa guutuun buqqaatota biyya keessaa irratti hundaa’uu qaba
Biyyattii keessatti daldala dubartootaa fi daa’imman irratti taasifamu ittisuuf seerota ciminaan hojiirra oolchuu fi tarkaanfii qindoominaa qooda fudhattoonni fudhatan cimsuun barbaachisaadha
Daandiiwwanii fi Gamoowwan Fedhii Dhaqqabamummaa Qaama Miidhamtootaa akka Keessummeessuu Danda’anitti Ijaaramuu Qabu
Dirqama gabaasaa yeroo isaa eeggate dhiyeessuu yeroon bahuun raawwii waliigalteewwan mirgoota namoomaa idil-ddunyaa Madaaluuf murteessaa dha
Kabajamuu Mirgoota namoomaa itti fufiinsaan mirkaneessuuf, balaan sodaa furmaata argatuuf, Dhaabbileen amantaa gahee olaanaa qabu
Adeemsi ce’umsa haqaa miidhamtoota giddu galeessa godhatee fi mirgoota namoomaa bu’uureffate akka jiraatuuf dhaabbilee hawaasa siivikii waliin tumsi cimaan barbaachisaadha