Filannoo irratti hirmaannaa dubartootaa dhaaba siyaasaa fi ogeeyyiin miidiyaa mirkaneessuuf haala mijataa uumuu fi eegumsa gahaa taasisuun barbaachisaadha
Miidhamatoota miidhaan irra gaheef beekkamtii kennuu fi adeemsa ce’umsa haqaa bocuu keessatti dammaqinaan hirmaachuun bu’a qabeessummaa adeemsa haqa ce’umsaatiif barbbachisaa dha
Jijjiirama addunyaa dijitaalaa keessatti tumsa, itti gaafatamummaa fi mirgoota namoomaa guddisuun barbaachisa dha
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Sagantaa sirna komii sochootuu keessummeessuu hawaasaatti dhiyaachuun tajaajila dhaqqabamuu isaa babal’isuuf hojii jalqabame jabeessee itti fufa
Hojimaata daldalaa biyyoolessaa sadarkaa mirgoota namoomaa idil-addunyaa waliin walsimsiisuuf tumsa cimaa barbaachisa
Namoota miidhaa saalaa-qunnamtii fi jeequmsa koorniyaa (SGBV) irraa dandamataniif haqa argamsiisuu, tajaajilli deebisanii dhaabuu fi itti gaafatamummaa mirkaneessuun xiyyeeffannoo ijoo hojii KMNI ta’ee itti fufaa
Adeemsa cee’umsa haqaa fi filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa keessatti hirmaannaan buqqaatota biyya keessaa mirkanaa’uu qaba
Filannoo Biyyoolessaa Marsaa 7ffaa Irratti Mirgoota Kutaalee Hawaasaa Saaxilamoo Ta’anii Mirkaneessuuf Deeggarsii Fi Hordoffii Qindaawaa Dhaabbilee Hawaasa Siivikii Murteessaa dha
Miidhaa badaa Hubanoo-namtolchee dhaqqabsiisu hir’isuuf Hubanoo-namtolchee mirgoota namoomaa bu’uureffate hojiirra oolchuun barbaachisaa dha
miidiyaaleen gama mirgoota dubartootaa fi daa’immanii kabajuu fi dagaagsuutiin itti gaafatamummaa isaanii bahaa jiraachuu mirkaneessuuf hojii hordoffii fi too’annoo akkasumas hubannoo uumuu cimsuun barbaachisaa dha