Afaan Oromo, Event Update | March 11, 2026
Waltajjii marii biyyoolessaa irratti hirmaannaa KMNI: “Gahee Hirma…
Koomishiiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa Qaamoleen Abbaa Seerummaa fi dimokiraasii tajaajila mirgoota namoomaa giddu galeessa go…
Afaan Oromo, Event Update | March 09, 2026
Amaaraa: Mirgoota qacaramuu fi hojjachuu qaamaa midhamtootaa irratti Dhi…
Qaama miidhamtootaaf Mirgi hojjachuu akka kabajamu bu’uurri seeraa cimaan barbaachisaa dha…
Afaan Oromo, Event Update | March 06, 2026
Jilli KMNI Daawwannaa wol-jijjiirraa muuxannoo Tarsiimowaa Komishinii Bi…
Dhaabbileen Biyaalessaa Mirgoota Namoomaa sadarkaa-A lamaan barumsa michummaa fi tumsa mirgoota namoomaa tarkaanfachiisuuf ejjanno…
-
Waltajjii marii biyyoolessaa irratti hirmaannaa KMNI: “Gahee H…
-
Amaaraa: Mirgoota qacaramuu fi hojjachuu qaamaa midhamtootaa irratti…
-
Jilli KMNI Daawwannaa wol-jijjiirraa muuxannoo Tarsiimowaa Komishini…
-
Haleellaa Naannoo Oromiyaa Godina Arsii Bakkeewwan Adda Addaatti Raa…
Oduu Haaraa
March 03, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Marii: Gahee dhaabbileen amantaa eegumsa mirgoota namoomaa fi ijaarsa nagaa keessatti qaban
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa fi Gumiin Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa dhimmoota eegumsa mirgoota namoomaa fi ijaarsa nageenyaa irratti waliin hojjechuuf ‘Waliigaltee Jimmmaa’ mallatteessaniiru
March 02, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Woorkishooppii: Dandeettii Teeknikaa fi leellistummaa Waldaalee Miidhaamtootaaf Adeemsa Hirmaannaa Haqa Ce’umsaa Biyyaalessaa cimsu
Kunuunsaa, Nageenyummaa fi Eegumsa Sagalee Miidhamtootaa Mimsuun Adeemsa Haqaa Ce’umsaaKkeessatti Hirmaannaa Hiika Qabuu Taasisuuf Barbaachisaa dha
February 25, 2026 Afaan Oromo, Event Update
KMNI’n Bu’aa hojii ji’oottan jahan darban keessatti raawwate, tarkaanfiiwwan jajjabeessaa fi gufuuwwan mudatan ilaalchisee
KMNI Biyyi keenya Itoophiyaan bara 2019 A.L.I‘tti Yaa’ii Waliigalaa Waldaa Gurmaa’insa Dhaabbilee Mirgoota Namoomaa Biyyoolessaa Afrikaa fi Yaa’ii marsaa 16ffaa kan woggaa lama lamaan geggeeffamu milkaa’inaan akka gaggeeffamuuf qooda fudhattoonni akka tumsaniifi gargaaran waamicha dhiyeessaa fi yaadni gorsaa KMNI’tiin dhiyaatan guutummaatti akka hojiirra oolan gaafatee jira
February 23, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Marii Qabiinsa Mirgoota Namoomaa Daa’imman Gochaa Yakkaa keessatti Argamanii Fooyyessuuf Taasifame
Ogeeyyiin Wirtuuwwan tursiisaa fi dandamachiisa mirgoota namoomaa daa’imman gochaa yakkaarratti argamanii fooyyessuun guddina hunda-galeessa daa’immaniitiif gahee olaanaa qaba
February 11, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Daawaannaa Michummaa Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) gita isaanii Koomishiinii Mirgoota Namoomaa fi Bulchiinsa Haqaa (KMNBH) Gaanaa Wajjiin Magaalaa Akiraatti Taasisan
Koomishiinarri ol’aanaan KMNI, Birhaanuu Adeelloo fi gita isaanii Qondaaltotni KMNBH Gaanaa waliin marii dhimma tumsa dhaabbilee lamaanii cimsuu fi muuxannoo gaggaarii wal-jijjiiruu irratti haasawa gam-lamee taasisan
February 06, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Komishiiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) yaa’ii NANHRI waggaa lamatti lamaan geggeeffamu kan marsaa 15ffaa irratti hirmaatee, Yaa’ii marsaa 16ffaa keessummeessuufis filatame, akkasumas bakka itti aanaa dura taa’aa NANHRI fudhate
Komishiiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa jiila isaa waliin ta’uun Yaa’ii NANHRI Waggaa lama lamaa fi Waliigalaa bara 2027 akka keessummeessu qophii fi kutannoo isaa mirkaneesse
January 30, 2026 Afaan Oromo, Press Release
Bakkeewwan Naannoowwan Tigiraay, Amhaaraa fi Affaar itti wal daangessan tokko tokkorratti sochiiwwan walitti bu’iinsaa fi waraanaa wajjiin wolqabatee sodaa balaa mirgoota Namoomaa mudatan ilaalchisee
Qaamoleen waldhabdee keessaatti hirmaannaa qaban hundi gochoota rakkoolee hammeessan irraa akka of qusatanii fi garaagarummaa qaban bu’uuruma seeraatiin marii fi wal-hubannoodhaan akka furan KMNI akeekkachiise




Oduu fi Odeeffannoo KMNI
የሴቶች በፖለቲካ እና ሕዝብ ነክ ሕይወት ውስጥ የመሳተፍ መብት
ለጥሰቶች መፍትሔ የማግኘት መብት
The Right to Equal Pay for Equal Work
Empowering Women in Science and Technology
የሃይማኖት ነጻነት
የትምህርት መብት
የመምረጥ እና የመመረጥ መብት
የአካል ጉዳተኞች በፖለቲካ እና ሕዝባዊ ሕይወት ውስጥ የመሳተፍ መብት
ፍትሕ የማግኘት መብት