Haalli qabiinsa shakkamtootaa mirgoota namoomaa kan kabaje ta’uu mirkaneessuu keessatti dhaabbileen poolisii gahee ol’aanaa qabu
Itoophiyaa keessatti qaamni seera baasu, raawwachisu fi haqaa naannolee mirgoota namoomaa dagaagsuu fi kunuunsuu, akkasumas ce’umsa haqaa bu’a qabeessa ta’e hojiirra oolchuuf gahee olaanaa qabu