Areas of Work


Barnoota Mirgoota Namoomaa

Sagantaan Barnoota Mirgoota Namoomaa kun aadaa mirgoota namoomaa cimsuu fi beekumsa, dandeettii fi ilaalcha mirgoota namoomaa qaamolee mirgootaa fi dirqama fudhatan biratti fooyyessuuf kan kaayyeffate dha.

Sagantaan barnoota mirgoota namoomaa bu’a qabeessa, sirnaawaa fi guutuu biyyattii leenjii, seminaara, hojiilee duula beeksisaafi falmii barnoota Mirgoota Namoomaa sirna barnootaa biyyaalessaa keessatti akka hammatamu leellisuu of keessatti qabata. Tooftaalee fi meeshaalee leenjii wal-qunnamtii, leenjii muuxannoo fi meeshaalee qabeenya barnootaa dabalatee maloota haaraa fi jijjiiramaa ta’an, jijjiirama ilaalchaa fi amalaa Itoophiyaa keessatti aadaa mirgoota namoomaa fiduuf barbaachisu galmaan ga’uuf ni gargaara.


The Ethiopian Human Rights Commission (EHRC) annually organizes the National High Schools Human Rights Moot Court Competition (NHSHRMCC) with the primary objective of fostering a deeper understanding of human rights among high school students. The competition serves as a pivotal platform to advance the knowledge, attitude and skills of participants in human rights laws and principles. Designed as a simulated court proceeding, NHSHRMCC provides a unique opportunity for young minds to grapple with real-life legal challenges related to human rights issues. Find out more!


ስልጠና:- ወጣቶች፣ ሰብአዊ መብቶች እና የሽግግር ፍትሕ

በዚህ የበይነ መረብ ትምህርት ስለሰብአዊ መብቶች መሠረታዊ ፅንሰ ሐሳብ፣ ስለሽግግር ፍትሕ ምንነት፣ አስፈላጊነት/ግቦች፤ በሽግግር ፍትሕ እና በሰብአዊ መብቶች መካከል ስላለው ቁርኝት እንዲሁም ቀደም ሲል ለተፈጸሙ የሰብአዊ መብቶች ጥሰቶች መፍትሔ ለመስጠት በሚደረግ ጥረት ውስጥ ወጣቶች ንቁ ተሳትፎ ለማድረግ እንዲችሉ የሚያግዟቸውን ክህሎቶች ትማራላችሁ፡፡