Mirgoota Dubartootaa fi Daa’immanii
Dubartootnii fi daa’imman lamaan isaaniituu haala walmadaaluu hin dandeenyeen carraa sarbama mirgootaa namoomaa ol’aanaa irratti waan argamaniif, dagaaginna, kabajaa fi eegumsa mirgoota dubartootaa fi daa’immanii mirkaneessuun ajandaa mirgoota namoomaa keessaa isa hangafa.
qabxiilee jiddu-seentummaa tarsiimwaao ijoo ta’an gamaaggama seeraa fi qorannoo sarbama sirnaawaa, too’annoo sadarkaa biyyaalessaa fi idil-addunyaa eeggate hordofuu; humneessuu fi ijoo taasisuu akkasumas qooda fudhattoota hunda waliin tumsa cimsuu