Mirgoota Qaama miidhamotootaa fi Manguddootaa
Tilmaamaan dhibbantaan 17.6 kan ta’an ummata qaama miidhamtootaa fi maanguddoota eegumsi gahaa hin taane taasifamuuf yoo ta’u, dagaaginna, kabajaa fi eegumsa mirgoota qaama miidhamtootaa fi mirgoota maanguddootaa mirkaneessuun barbaachisummaa ol’aanaa fi dursa kan argatuu dha.
Ida’ama qorannoo bu’a qabeessaa, abukaatummaa fi tumsa qooda fudhattoota gidduutti kakaasuun, saaxilamummaa fiixee adda adda hedduu qaban kutaalee hawaasaa barbaachisoo ta’an kana mudatan irratti hubannoo uumuuf yaaluu, dhimmoota qabxii dhimmichaa imaammata biyyaalessaa keessatti adda durummaan fiduu fi haaromsa seeraa fi dhaabbilee ulaagaalee mirgoota namoomaa idil-addunyaa waliin kan walsimu ta’ee qaama miidhamtootaa fi maanguddoonni mirgoota namoomaa guutummaatti akka fayyadaman ni tarkaanfachiisa