Afaan Oromo, Event update – Afaan Oromo | October 15, 2026
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa fi Dhaabbileen Hawaasa Siivikii…
Cee’umsa haqaa hunda hammatee fi hirmaachisaa akka ta’uuf hirmaannaa fi gumaachi dhaabbilee hawaasa siivikii fi dhaabbilee mirgoot…
Afaan Oromo, News Updates – Afaan Oromo | October 15, 2026
Jilli Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Cee’umsa Haqaa Ilaa…
Siriilaankaa, Onkololeessa 4, 2019…
Afaan Oromo, News Updates – Afaan Oromo | October 15, 2026
Jilli Komishinara Mirgoota Dubartootaa fi Daa’immanii KMNI’tiin du…
Leseetoo, Onkololeessa 3, 2019 A.L.I…
Afaan Oromo, Prese Release – Afaan Oromo, Report – OR | October 09, 2026
KMNI’n Gabaasa WaggaaHaala Mirgoota Namoomaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Ifo…
Ibsi kun bara gabaasichaa keessatti hordoffii fi Qorannoo mirgoota Namoomaa taasifamen odeeffannoo fi ragaalee KMNI’n funaannate i…
-
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa fi Dhaabbileen Hawaasa Siiv…
-
Jilli Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Cee’umsa Haqaa …
-
Jilli Komishinara Mirgoota Dubartootaa fi Daa’immanii KMNI’tii…
-
KMNI’n Gabaasa WaggaaHaala Mirgoota Namoomaa Biyyoolessaa Itoophiyaa…
-
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Raawwii Argannowwani…
Oduu Haaraa
October 04, 2026 Afaan Oromo, News Updates – Afaan Oromo
KMNI’n Abbootii Mana Murtii Naannoo Amaaraatiif Mirga Haqa Argachuu Dubartootaa, Daa’immanii fi Qaama Miidhamtootaa Kabachiisuu Irratti Shoora Manneen Murtii Ilaalchisee Leenjii Kenne
Baahir Daar, Fulbaana 23, 2019A.L.I
October 01, 2026 Afaan Oromo, News Updates – Afaan Oromo
Gareen Hoggantoota ol’aanoo Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI)’tiin Durfamu Dhaqqabamummaa KMNI Ilaalchisee Manneen Murtii Waliigalaa Naannoo Hararii fi Dirree Dawaa Waliin Mari’ate.
Finfinnee, Fulbaana 20, 2019 A.L.I.
September 30, 2026 Afaan Oromo, News Updates – Afaan Oromo
Mirgoota Namoomaa Kabachisiisuun Itti gaafatamummaa Dhaabbata Tokkoo qofa osoo hin taane, Itti gaafatamummaa waliiniiti – Komishinarri Ol’aanaan KMNI Birhaanuu Adeelloo
Adaamaa, Fulbaana 20, 2019 A.L.I(KMNI)
September 25, 2026 Afaan Oromo, Public Statement – Afaan Oromo
Naannoo Tigiraay: Sochiin Walitti Bu’iinsa Hidhannoo Bakkeewwan Naannoleen Tigiraay Fi Amaaraa Akkasumas Naannoleen Tigiraay Fi Affaar itti Wal-daangessanitti Mudate Dhiittaa Mirgoota Namoomaa Kan Hordofsiisu Waan Ta’eef Hatattamaan Furmaata Argachuu Qaba
Komishiniin Mirgoota Namooma Itoophiyaa (KMNI) walitti bu’iinsi hidhannoo mudate hatattamaan akka dhaabbatu, garaagarummaan jiru marii qofaan akka hiikkamu, akkasumas namoonni nagaa fi bu’uuraaleen siiviilii eegumsa maluuf akka argatan waamicha dhiyeesse
September 24, 2026 Afaan Oromo, Event update – Afaan Oromo
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI), Komishiniin Mirgoota Namoomaa fi Ummatootaa Afrikaa, fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Garee Hojii Dirqisiisaanii ykn Fedhii malee dhabamsiifamuu irratti hojjetu waliin ta’uun Guyyaa Miidhaamtootaa Dirqiidhaan Dhabamsiifamanii Idil Addunyaa waliin kabajani
ICPPED raggaasisuun bu’uura roga hojii seeraa biyyaalessaa daran cimsuu fi ittisa, qorannoo, itti gaafatamummaa fi beenyaa miidhamtootaa fi maatii isaaniif kutannoo haaromfame agarsiisa
September 23, 2026 Afaan Oromo, Event update – Afaan Oromo
Leenjiiwwan Hojiirra Oolmaa Cee’Umsa Haqaa Itoophiyaatti Dureen Hawaasaa Dammaqinaan Irratti Hirmaatan Mirkaneessuuf Kaayyeffate Kennamuu Itti Fufee Jira
Leenjiwwan kunneen adeemsi cee’umsa haqaa qajeeltoowwan mirgoota namoomaa irratti hundaa’uun bu’aa haqa qabeessaa fi itti fufiinsa qabu fiduuf gumaacha olaanaa kan qabanii dha
September 22, 2026 Afaan Oromo, Event update – Afaan Oromo
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Cee’umsa Haqaa irratti Hubannoo Hawaasa Naannoo Guddisuuf Dhaabbata Hawaasummaa Gamtaa Afooshaalee Itoophiyaa waliin Hojjata
Dhaabbilee hawaasumma waliin tumsuu; adeemsa cee’umsa haqaa keessatti hirmaannaa ummataa mirkaneessuudhaaf shoora ol’aanaa taphata
September 12, 2026 Afaan Oromo, Public Statement – Afaan Oromo
Mootummaan Waliigaltee Biyyaalessaaf Babl’inna Dirree Dimokiraasii fi Tarkaanfiiwwan Seeraa Ijaarsa Nageenyaatiif Gargaaran Cimsee Itti Fufuu Qaba
Ibsa Gaazexeessummaa
September 08, 2026 Afaan Oromo, Event update – Afaan Oromo
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI), Ityoophiyaa Keessatti Tarkaanfiin Haala Qilleensaa Mirga Irratti Hundaa’e Akka Cimuu Waamicha Dhiyeesse
‘Jijjiiramni qilleensaa jiraanya namootaa, waan ittiin jiraatanii fi bu’uura mirgootaa irratti dhiibbaa kallatti waan qabaatuuf, ka’umsa balaa mirgoota namoomaa ta’a
August 13, 2026 Afaan Oromo, Event update – Afaan Oromo
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa dhaabbata mootummota gamtoomaniitti waliigaltee Mirgoota Qaama Miidhamtootaa qaama too’ataa walabaa ta’ee akka moggaafamu waamichi dhiyaate
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa muummee too’ataa walabaa Waliigaltee mirgoota qaama miidhamtootaa ta’uuf deema



