Areas of Work


Tooánnoo fi Qorannoo Mirgoota Namoomaa

Komiin dhuunfaa yommuu nu dhaqqabe ykn kaka’umsa mataa keenyaatiin qorannoo mirgoota namoomaa ni adeemsifna akkasumas hordoffi manneen sirreessaa fi dhaabbilee tajaajila mootummaa irratti ulaagaaleen mirgoota namoomaa biyyaalessaa fi idil-addunyaa  kabajamuu isaanii fi sarbamiinsa mirgoota namoomaa eegamuu isaa mirkaneessuudhaan sarbama mirgoota namoomaa sirriitti akka qoratamuu fi itti gaafatamummaa akka argatu mirkaneessuuf ni taasifna.

Namni ykn dhaabbatni kamuu qorannoo Komishinichaa tumsuu akkasumas shaakala komishinichi aangoo fi dirqama isaa raawwatuuf taasisu gargaaruuf deeggarsa barbaachisaa ta’e kennuuf dirqama qaba.