Mirgoota Buqqaatota, Baqattootaa & Godaantotaa
Itoophiyaan addunyaa irratti akka biyyoota baqattoota keessummeessitu keessaa tokko, baay’ina ummata biyya keessaa buqqaatota (IDP) baay’ee kan qabduu fi godaantota hedduudhaaf madda, ce’umsaa fi bakka itti geessan waan taateef, guddina, kabajaa fi eegumsa mirga baqattootaa, buqqaatota fi godaantotaa mirkaneessuun hojiiwwan murteessoo ta’an keessaa isa tokkodha.
The key strategic intervention areas include research and advocacy; empowerment of vulnerable communities to claim their rights; monitoring compliance with national and international standards as well as partnership with stakeholders to advance the rights agenda as well as protection needs of these segments of society.