Sadarkaa Hojiirra oolmaa Mirgoota Namoomaa Idil-adunyaa bu’a-qabeessa dandeettii dhaabbilee Hawaasa Siivikii (DhHS) irratti hundaa’ee fi tooftaa biyyoolessaa hordoffii fi gabaasa cimaa yeroon dhiyaatu haala mijeessuu
Qaama miidhamtootaaf Mirgi hojjachuu akka kabajamu bu’uurri seeraa cimaan barbaachisaa dha
Dhaabbileen Biyaalessaa Mirgoota Namoomaa sadarkaa-A lamaan barumsa michummaa fi tumsa mirgoota namoomaa tarkaanfachiisuuf ejjannoo waliin qaban irra deebi’anii mirkaneessaniiru
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa fi Gumiin Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa dhimmoota eegumsa mirgoota namoomaa fi ijaarsa nageenyaa irratti waliin hojjechuuf ‘Waliigaltee Jimmmaa’ mallatteessaniiru
Kunuunsaa, Nageenyummaa fi Eegumsa Sagalee Miidhamtootaa Mimsuun Adeemsa Haqaa Ce’umsaaKkeessatti Hirmaannaa Hiika Qabuu Taasisuuf Barbaachisaa dha
KMNI Biyyi keenya Itoophiyaan bara 2019 A.L.I‘tti Yaa’ii Waliigalaa Waldaa Gurmaa’insa Dhaabbilee Mirgoota Namoomaa Biyyoolessaa Afrikaa fi Yaa’ii marsaa 16ffaa kan woggaa lama lamaan geggeeffamu milkaa’inaan akka gaggeeffamuuf qooda fudhattoonni akka tumsaniifi gargaaran waamicha dhiyeessaa fi yaadni gorsaa KMNI’tiin dhiyaatan guutummaatti akka hojiirra oolan gaafatee jira
Koomishiinarri ol’aanaan KMNI, Birhaanuu Adeelloo fi gita isaanii Qondaaltotni KMNBH Gaanaa waliin marii dhimma tumsa dhaabbilee lamaanii cimsuu fi muuxannoo gaggaarii wal-jijjiiruu irratti haasawa gam-lamee taasisan
Komishiiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa jiila isaa waliin ta’uun Yaa’ii NANHRI Waggaa lama lamaa fi Waliigalaa bara 2027 akka keessummeessu qophii fi kutannoo isaa mirkaneesse