Qaama miidhamtootaaf tajaajilli deebisanii dhaabuu fi mirga meeshaalee gargaarsaa arga-chuu haala quubsaa ta’een dhaqqabamaa taasisuuf dhaabbilee jiran cimsuu fi babal’isuun barbaachisaa dha
Leenjiiwwan kunneen dargaggootaaf, poolisii fi miseensota Poolisiifi mana sirreessaa, maanguddootaaf, qaamolee namoota biyya keessatti buqqa’aniif tajaajila kennaniif, waldaalee qaama miidhamtootaatiif, aartistootaaf, akkasumas hojjettootaa fi hooggantoota dhaabbilee hawaasa siivikiitiif kan kennamee dha
Dandeettiin Dhaabbilee Hawaasa Siivikii Cimaan Eegumsa Mirgoota Namoomaaf Barbaachisaa Dha
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Sagantaa sirna komii sochootuu keessummeessuu hawaasaatti dhiyaachuun tajaajila dhaqqabamuu isaa babal’isuuf hojii jalqabame jabeessee itti fufa
Namoota miidhaa saalaa-qunnamtii fi jeequmsa koorniyaa (SGBV) irraa dandamataniif haqa argamsiisuu, tajaajilli deebisanii dhaabuu fi itti gaafatamummaa mirkaneessuun xiyyeeffannoo ijoo hojii KMNI ta’ee itti fufaa
Adeemsa cee’umsa haqaa fi filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa keessatti hirmaannaan buqqaatota biyya keessaa mirkanaa’uu qaba
Filannoo Biyyoolessaa Marsaa 7ffaa Irratti Mirgoota Kutaalee Hawaasaa Saaxilamoo Ta’anii Mirkaneessuuf Deeggarsii Fi Hordoffii Qindaawaa Dhaabbilee Hawaasa Siivikii Murteessaa dha
Miidhaa badaa Hubanoo-namtolchee dhaqqabsiisu hir’isuuf Hubanoo-namtolchee mirgoota namoomaa bu’uureffate hojiirra oolchuun barbaachisaa dha
Adeemsa raawwii tajaajila seefti-neetii keessatti rakkoolee mudatan furuun manguddootaaf mirga wabii hawaasummaa guutuu mirkaneessuuf qooda fudhattoonni waliin hojjechuu qabu
Sadarkaa Hojiirra oolmaa Mirgoota Namoomaa Idil-adunyaa bu’a-qabeessa dandeettii dhaabbilee Hawaasa Siivikii (DhHS) irratti hundaa’ee fi tooftaa biyyoolessaa hordoffii fi gabaasa cimaa yeroon dhiyaatu haala mijeessuu