Leenjichi ogeeyyonni beekumsaa fi dandeettii barbaachisaa ta’e horachuudhaan hojii isaanii ga’umsaan akka raawwatan dandeettii dabalataa kan uumu dha
Mirgoota namoomaa shakkamtootaa fi sirreeffamtootaa fooyyessuuf qaamoleen qooda fudhattootaa hundi waliin hojjechuu qabu
Haala qabiinsa mirgoota namoomaa shakkamtootaa fooyyessuuf kutannoo fi tumsi waliin hojjachuu qooda fudhattootaa murteessaadha
Haalli qabiinsa shakkamtootaa mirgoota namoomaa kan kabaje ta’uu mirkaneessuu keessatti dhaabbileen poolisii gahee ol’aanaa qabu
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Sagantaa sirna komii sochootuu keessummeessuu hawaasaatti dhiyaachuun tajaajila dhaqqabamuu isaa babal’isuuf hojii jalqabame jabeessee itti fufa