Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa muummee too’ataa walabaa Waliigaltee mirgoota qaama miidhamtootaa ta’uuf deema
Miidhaa maanguddoota irratti raawwatamu hambisuuf hojii hubannoo uumuu cinatti bu’uura seeraa, imaammataa fi dhaabbilee deebii qabatamaa kennan diriirsuun barbaachisaa dha
Pirotokoolii mirgoota qaama miidhamtootaa Afrikaa raggaasisuun qormaata qaama miidhamtoota qunnamu oolchuuf ni gargaara
Dhaqqabamummaa, argamaa fi qulqullina wal’aansa fayyaa sammuu mirkaneessuun bu’uura mirga fayyaa namoota miidhaa xiin-sammuu hawaasummaa qabanii eeguu fi kabajuu ti
Qaama miidhamtootaaf tajaajilli deebisanii dhaabuu fi mirga meeshaalee gargaarsaa arga-chuu haala quubsaa ta’een dhaqqabamaa taasisuuf dhaabbilee jiran cimsuu fi babal’isuun barbaachisaa dha
Adeemsa tajaajila geejjibaa ummataa fayyadamuu keessatti rakkoolee qaama miidhamtoota fi maanguddoota mudatan hiikuuf akkasumas dhaqqabamummaa tajaajila kanaa mirkaneessuuf qooda fudhattoonni hundi waliin hojjechuu qabu
Adeemsa raawwii tajaajila seefti-neetii keessatti rakkoolee mudatan furuun manguddootaaf mirga wabii hawaasummaa guutuu mirkaneessuuf qooda fudhattoonni waliin hojjechuu qabu
Qaama miidhamtootaaf Mirgi hojjachuu akka kabajamu bu’uurri seeraa cimaan barbaachisaa dha