Komishiniin Mirgoota Namooma Itoophiyaa (KMNI) walitti bu’iinsi hidhannoo mudate hatattamaan akka dhaabbatu, garaagarummaan jiru marii qofaan akka hiikkamu, akkasumas namoonni nagaa fi bu’uuraaleen siiviilii eegumsa maluuf akka argatan waamicha dhiyeesse
Ibsa Gaazexeessummaa
Naannicthe hatti Dargaggoota fedha isaaniitiin ala gara leenjii waraanaatti bobbaasuu fi gochi mirga yaada ofii bilisaan ibsachuu daangessu, qajeeltoowwan mirgoota namoomaa fi heera mootummaa kan faallessu waan ta’eef hatattamaan dhaabbachuu qaba
Daandiiwwanii fi Gamoowwan Fedhii Dhaqqabamummaa Qaama Miidhamtootaa akka Keessummeessuu Danda’anitti Ijaaramuu Qabu
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI), Dooktorr Abdii Jibriil Alii KMDHAf filatamuu isaani dinqisiifatee, gahee gahee murteessaa ogeeyyiin bilisa ta'an mirgoota diinagdee, hawaasummaa fi aadaa sadarkaa addunyaatti kabachiisuu keessatti qaban ni hubataa
Komishinarri Ol’aanaan Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) miidhaa dhaqqabeef gadda isaanitti dhaagayame ibsanii, gargaarsi qindoominaa fi hatattamaa akkasumas deebiin mirgoota namoomaa miidhamtootaa kabaju akka itti kennamu yaadachiisaniiru