Itoophiyaatti eegumsa mirgoota namoomaa cimsuu fi rakkoolee furuuf tumsi dhaabbilee hawaasa siivilii mirgoota namoomaa irratti hojjetanii gahee olaanaa qaba
Raawwiin mirgoota Namoota Biyya Keessatti Buqqaa’an, baqattootaa fi godaantotaa akka fooyya’uuf tumsi KMNI fi dhaabbilee hawaasa siivikii gidduu jiru cimee itti fufu qaba
Dandeettiin Dhaabbilee Hawaasa Siivikii Cimaan Eegumsa Mirgoota Namoomaaf Barbaachisaa Dha
Miidhamatoota miidhaan irra gaheef beekkamtii kennuu fi adeemsa ce’umsa haqaa bocuu keessatti dammaqinaan hirmaachuun bu’a qabeessummaa adeemsa haqa ce’umsaatiif barbbachisaa dha
Filannoo Biyyoolessaa Marsaa 7ffaa Irratti Mirgoota Kutaalee Hawaasaa Saaxilamoo Ta’anii Mirkaneessuuf Deeggarsii Fi Hordoffii Qindaawaa Dhaabbilee Hawaasa Siivikii Murteessaa dha