Adeemsi ce’umsa haqaa miidhamtoota giddu galeessa godhatee fi mirgoota namoomaa bu’uureffate akka jiraatuuf dhaabbilee hawaasa siivikii waliin tumsi cimaan barbaachisaadha
Itoophiyaa keessatti Adeemsa ce’umsa haqaa bu’a qabeessa, miidhamtoota giddu galeessa godhatee fi mirgoota namoomaa kabaju hojiirra oolchuuf, qophii Imaammataa ragaa irratti hundaa’e fi marii hunda hammate cimsuun barbaachisaa dha
Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) adeemsa ce’umsa haqaa keessatti itti gaafatamummaa isaa haala bu’a qabeessa ta’een bahachuuf dandeettii leenjistoota mirgoota namoomaa fi ce’umsa haqaa ijaaruun hojii bu’uuraa ti