Ardaa lammiilee Babal’isuu Fi Eegumsa Falmitoota Mirgoota Namoomaa Cimsuuf Kutannoon Mootummaa, Dhaabbileen Mirgoota Namoomaa Biyyoolessaa, Fi Dhaabbileen Hawaasa Siivikii waliin hojjachuun Murteessaadha
Mirga gurmaa’uu hojiirra akka oolu haala dandeessisu uumuun dagaagina sirna dimokiraasiitiif murteessaadha
Filannoo irratti hirmaannaa dubartootaa dhaaba siyaasaa fi ogeeyyiin miidiyaa mirkaneessuuf haala mijataa uumuu fi eegumsa gahaa taasisuun barbaachisaadha
Filannoo Biyyoolessaa Marsaa 7ffaa Irratti Mirgoota Kutaalee Hawaasaa Saaxilamoo Ta’anii Mirkaneessuuf Deeggarsii Fi Hordoffii Qindaawaa Dhaabbilee Hawaasa Siivikii Murteessaa dha
Miidhaa badaa Hubanoo-namtolchee dhaqqabsiisu hir’isuuf Hubanoo-namtolchee mirgoota namoomaa bu’uureffate hojiirra oolchuun barbaachisaa dha