Afaan Oromo, Event Update | July 20, 2026
Marii Mirgoota Namoomaa Waggaa Waltajjii Walta’iinsaa KMNI Fi Waldaalee …
Itoophiyaatti eegumsa mirgoota namoomaa cimsuu fi rakkoolee furuuf tumsi dhaabbilee hawaasa siivilii mirgoota namoomaa irratti hoj…
Afaan Oromo, Event Update | July 20, 2026
Madasha Sannadlaha ah ee Wadatashiga Xuquuqul Insaanka ee Iskaashiga EHR…
Iskaashiga ururada bulshada rayidka ah ee ka shaqeeya xuquuqul insaanka ayaa door weyn ka ciyaara xoojinta ilaalinta xuquuqul insa…
Afaan Oromo, Event Update | July 16, 2026
Guyyaa Addunyaa Hubannoo Miidhaa Maanguddootaa Ilaalchisee Marii Qooda F…
Miidhaa maanguddoota irratti raawwatamu hambisuuf hojii hubannoo uumuu cinatti bu’uura seeraa, imaammataa fi dhaabbilee deebii qab…
-
Marii Mirgoota Namoomaa Waggaa Waltajjii Walta’iinsaa KMNI Fi Waldaa…
-
Madasha Sannadlaha ah ee Wadatashiga Xuquuqul Insaanka ee Iskaashiga…
-
Guyyaa Addunyaa Hubannoo Miidhaa Maanguddootaa Ilaalchisee Marii Qoo…
-
Mirgoota Namoomaa Babal’isuu: Leenjiiwwan Bara Baajataa 2018 Kurmaan…
Oduu Haaraa
July 15, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Kibba Itoophiyaa: Marii Raawwii Mirga Barnootaa Naannoo Horsiisee Bulaatti Taasifame
Raawwii mirga barnootaa naannoo horsiisee bulaa guddisuuf tattaaffiin qindoominaa fi xiyyeeffannaan deebii kallattii qooda fudhattootaa barbaachisaa dha
July 13, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Marii Pirotokoolii Mirgoota Qaama Miidhamtootaa Afrikaa Haala Raggaasisuuf Dandeessisu Mijeessuuf Gaggeeffame
Pirotokoolii mirgoota qaama miidhamtootaa Afrikaa raggaasisuun qormaata qaama miidhamtoota qunnamu oolchuuf ni gargaara
July 10, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Waltajii Hubannoo Cimsuu Iyyannoo Miidhaa Koorniyaa Irratti Hundaa’e Keessummeessuu Fi Too’achuu Irratti Kutaalee Sirna Koorniyaa Dhaabbilee Barnootaa Ol’aanootti Argamaniif Qophaa’e
Dhaabbilee barnoota ol’aanoo keessatti biiroleen koorniyaa argaman miidhaa koorniyaa irratti hundaa’e ittisuu fi itti gaafatamummaa mirkaneessuu keessatti gahee olaanaa qabu
July 10, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Qajeelfama Komii Keessummeessuu Fi Tooftaalee Qorannoo Dijitaalaa Irratti Leenjii Ijaarsa Dandeettii Hojjettoota KMNI’tiif Qophaa’e
Leenjichi ogeeyyonni beekumsaa fi dandeettii barbaachisaa ta’e horachuudhaan hojii isaanii ga’umsaan akka raawwatan dandeettii dabalataa kan uumu dha
July 08, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Waltajjiin Hubannoo Cimsuu Toora Waliin Hojjachuu Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajila Mirgoota Namoomaa KMNI Diriirse Irratti Xiyyeeffate
Miidhaamtoonni sarbama mirgaa tajaajila guutuu akka argataniif dhaabbilee tajaajila kennitoota ta’an gidduutti sirna idilee, qindaa’aa fi kan walitti hidhamiinsa qabu uumuun barbaachisaadha
July 06, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Marii Mirgoota Namoota Biyya Keessatti Buqqaa’an, Baqattootaa Fi Godaantota Ilaalchisee Taasifame
Raawwiin mirgoota Namoota Biyya Keessatti Buqqaa’an, baqattootaa fi godaantotaa akka fooyya’uuf tumsi KMNI fi dhaabbilee hawaasa siivikii gidduu jiru cimee itti fufu qaba
July 06, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Waltajjii Marii Biyyoolessaa Eegumsa Namoota Biyya Keessaatti Buqqaa’an Fi Raawwii Furmaata Waaraa Irratti Gaggeeffamee
Nageenyummaa buqqaatota biyya keessaa fi haala kabaja namummaa isaanii eegeen deebisanii ijaaruun/qubsiisuun qindoominaa fi tumsa qooda fudhattoota hundaa barbaada
July 06, 2026 Afaan Oromo, Event Update
Gaambeellaa: Marii Bulchiinsa Mirgoota Namoomaa Sirreeffamtootaa Fi Shakkamtootaa Irratti Qooda Fudhattoota Wajjiin Taasifame
Haala bulchiinsa mirgoota namoomaa sirreeffamtootaa fi shakkamtootaa naannichatti mul’ate fooyyessuu irratti mootummaan xiyyeeffannoo kennee hojjachuu qaba
July 04, 2026 Afaan Oromo, Public Statement
Tigiraay: Haala Yaaddessaa Mirgoota Namoomaa Naannoo Tigiraay Jiru Ilaalchisee
Naannicthe hatti Dargaggoota fedha isaaniitiin ala gara leenjii waraanaatti bobbaasuu fi gochi mirga yaada ofii bilisaan ibsachuu daangessu, qajeeltoowwan mirgoota namoomaa fi heera mootummaa kan faallessu waan ta’eef hatattamaan dhaabbachuu qaba
የተጠርጣሪዎች እና ታራሚዎችን ሰብአዊ መብቶች አያያዝ ለማሻሻል ሁሉም ባለድርሻ አካላት በትብብር ሊሠሩ ይገባል




Oduu fi Odeeffannoo KMNI
የውሃ መብት
የአካል ጉዳተኞች የትምህርት መብት
የማሠቃየት ተግባር ተጎጂዎች መብት
የአካባቢ ደኅንነት መብት እና ልማት
Environmental Rights and Development
የሕፃናት ከጉልበት ብዝበዛ የመጠበቅ መብት
በቂ ምግብ የማግኘት መብት
Safe and Healthy Working Environment
የጤና መብት