Dhiibbaa hamaa mirgoota namoomaa sochii daldalaa fi hariiroo irraa maddu adda baasuu, ittisuu, hir’isuu fi irra aanuuf carraaqqiin mirgoota namoomaa irratti hundaa’e meeshaa barbaachisaa dha
Kenniinsi tajaajila seeraa bilisaa wol-fakkaataa fi qajeelfama biyyoolessaa akka qabaatu taasisuun qulqullinaa fi itti gaafatamummaa tajaajilichaa mirkaneessuuf qaamoleen qooda fudhattootaa woliin hojjechuu qabu
Sirna cee’umsa haqaa miidhamtoota giddu galeessa godhatee fi mirgoota namoomaa kabajuu keessatti hirmaannaa hiika qabu mirkaneessuuf dandeettii fi abukaatummaa waldaalee miidhamtootaa cimsuun murteessaadha
Cee’umsa haqaa hunda hammatee fi hirmaachisaa akka ta’uuf hirmaannaa fi gumaachi dhaabbilee hawaasa siivikii fi dhaabbilee mirgoota namoomaa biyyoolessaa gidduutti qindoominni bu’a qabeessa ta’e jiraachuun barbaachisaa dha.
ICPPED raggaasisuun bu’uura roga hojii seeraa biyyaalessaa daran cimsuu fi ittisa, qorannoo, itti gaafatamummaa fi beenyaa miidhamtootaa fi maatii isaaniif kutannoo haaromfame agarsiisa
Leenjiwwan kunneen adeemsi cee’umsa haqaa qajeeltoowwan mirgoota namoomaa irratti hundaa’uun bu’aa haqa qabeessaa fi itti fufiinsa qabu fiduuf gumaacha olaanaa kan qabanii dha
Dhaabbilee hawaasumma waliin tumsuu; adeemsa cee’umsa haqaa keessatti hirmaannaa ummataa mirkaneessuudhaaf shoora ol’aanaa taphata
‘Jijjiiramni qilleensaa jiraanya namootaa, waan ittiin jiraatanii fi bu’uura mirgootaa irratti dhiibbaa kallatti waan qabaatuuf, ka’umsa balaa mirgoota namoomaa ta’a
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa muummee too’ataa walabaa Waliigaltee mirgoota qaama miidhamtootaa ta’uuf deema
Adeemsa ce’umsa haqaa karaa walabaa fi of danda’een hordofuuf dandeettii ogeeyyotaa cimsuun barbaachisaadha