Areas of Work


Mirgoota Diinagdee, Hawaasummaa fi Aadaa

Miidhaamtoonni mirgoota hawaas-dinagdee fi aadaa ijoo ta’an kutaalee hawaasaa harka qalleeyyii fi cinaatti dhiibaman waan ta’aniif, mirgoota hawaas-dinagdee bal’aa tarkaanfachiisuuf, dagaaginni, kabajnii fi eegumsi mirgoota hawaas-dinagdee bal’aa hiyyeeyyii irratti xiyyeeffannoo  kanneen mirgooata sadarkaa jireenyaa, mana jireenyaa fi barnootaa gahaa ta’e dabalatee xiyyeeffannoo dursaa akka argatu barbaadna. Kana malees, eegumsa mirgoota aadaa mirkaneessuuf, kanaanis qabiyyee aadaa ofiitiin boonuu  fi afaan ofiitiin barnoota argachuu, haala walqixxummaa, ulfina dhala namaa fi al’loogummaadhaan itti gammaduu danda’uu faa ni fooyyessina.

Through research and advocacy, we promote normative clarity, justiciability, enforceability and ultimately the enjoyment of economic, social and cultural rights; we monitor the degree of compliance with the normative requirements of these rights, and we work towards ensuring the interdependence, indivisibility and interrelatedness of human rights.