Hordoffii fi Qorannoo Mirgoota Namoomaa
Komiin dhuunfaa yommuu nu dhaqqabe ykn kaka’umsa mataa keenyaatiin qorannoo mirgoota namoomaa ni adeemsifna akkasumas hordoffi manneen sirreessaa fi dhaabbilee tajaajila mootummaa irratti ulaagaaleen mirgoota namoomaa biyyaalessaa fi idil-addunyaa kabajamuu isaanii fi sarbamiinsa mirgoota namoomaa eegamuu isaa mirkaneessuudhaan sarbama mirgoota namoomaa sirriitti akka qoratamuu fi itti gaafatamummaa akka argatu mirkaneessuuf ni taasifna.
Any person or institution has a duty to cooperate with the Commission’s investigation as well as provide the necessary assistance with a view to helping the Commission exercise its powers and duties.