• Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa Tajaajila Gargaarsa Seeraa …
  • Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Buufataalee Poolisii…
  • Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Manneen Sirreessaa N…
  • Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Argannoo Hordoffii Q…
  • Hooggansi Ol’aanoon KMNI Qondaaltota Ol’aanoo Komishinii Mirgoota Na…

Oduu Haaraa


Ameerikaan Deeggarsa Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Tattaaffii Ijaarsa Nageenyaaf Taasisaa Jiruuf Qabdu irra deebiin Mirkaneessite 

Finfinnee, Sadaasaa 5, 2026

Komishinarri Ol’aanaan KMNI Birhaanuu Adeelloo Ambaasaaddara Neezerlaandi, Kiristiin Piiren waliin mari’atan 

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2019 A.L.I

Godina Oomoo Kibbaatti Argannoowwan Eegumsa Mirgoota Namoomaa Baqattootaa Fi Godaantotaa Irratti Mariin Gaggeeffameera 

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2019 A.L.I

Adeemsa cee’umsa haqaa Itoophiyaa keessatti Abukaatummaa fi hirmaannaa funaansa odeeffannoo Miidhamtootaa cimsuuf mariin ijaarsa dandeettii gaggeeffameera 

Sirna cee’umsa haqaa miidhamtoota giddu galeessa godhatee fi mirgoota namoomaa kabajuu keessatti hirmaannaa hiika qabu mirkaneessuuf dandeettii fi abukaatummaa waldaalee miidhamtootaa cimsuun murteessaadha

Komishinarri ol’aanaan KMNI Birhaanuu Adeelloo Itoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Eerviin Maasingaa waliin marii taasisaniiru. 

Finfinnee, Onkololeessa 26, 2019 A.L.I

Dhiittaa Mirgoota Namoomaa Godina Kibba Baha Oromiyaa Aanaa Sirkaa Ilaalchisee 

Mootummaan haleellaa namoota nagaa irratti raawwatamu ittisuu fi nageenya ummataa mirkaneessuuf tarkaanfii barbaachisaa ta’e fudhachuu qaba

Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa fi Dhaabbileen Hawaasa Siivikii Adeemsa Cee’umsa Haqaa Hunda Hammate Mirkaneessuuf Tattaaffii Waloo Isaanii Cimsuu Irratti Mari’atan 

Cee’umsa haqaa hunda hammatee fi hirmaachisaa akka ta’uuf hirmaannaa fi gumaachi dhaabbilee hawaasa siivikii fi dhaabbilee mirgoota namoomaa biyyoolessaa gidduutti qindoominni bu’a qabeessa ta’e jiraachuun barbaachisaa dha.

Jilli Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Cee’umsa Haqaa Ilaalchisee Siriilaankaatti waljijjiirraa muuxannoo taasisaa jira 

Siriilaankaa, Onkololeessa 4, 2019

Jilli Komishinara Mirgoota Dubartootaa fi Daa’immanii KMNI’tiin durfamu, Yaa’ii Mirgoota Namoomaa fi Ummatootaa Afrikaa 48ffaa irratti hirmaachaa jira

Leseetoo, Onkololeessa 3, 2019 A.L.I

KMNI’n Gabaasa WaggaaHaala Mirgoota Namoomaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Ifoomse 

Ibsi kun bara gabaasichaa keessatti hordoffii fi Qorannoo mirgoota Namoomaa taasifamen odeeffannoo fi ragaalee KMNI’n funaannate irratti kan hundaa’e fi bu’aalee abdachiisaa fi dhimmoota yaaddessa ta’an kan ofkeessa dha
Gabaasa waggaa Haala Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (Waxabajjii 2017 A.L.I hanga Waxabajjii 2018 A.L.I)
Dargaggoota, Mirgoota Namoomaa fi Cee’umsa haqaa
Mirgoota namoomaa dubartootaa
Stay on top of news, reports, events, jobs and more! #KeepWordSafe
Turtii oduu irratti, Gabaasa, taatee, hojii fi kan biroo #KeepWordSafe


LAST UPDATE: NOV 2, 2026

Komii. Gocha. Itti Gaafatamummaa

Ibsa Gabaabaa hojii Komishinichi qabiinsa iyyannoo karaa Sirna Bulchiinsa Komii Elektirooniksii (ECMS) isaatiin Waxabajjii 2022 irraa eegalee, mirgoota namoomaa tiksuu, itti gaafatamummaa guddisuu, fi dhaqqabamummaa haqaa cimsuuf gumaacha inni qabu kan agarsiisu.

7,864
Iyyannoo waliigalaa
6,935 88.2%
Iyyannoo Furmaata Argate
Iyyannoo Tokko Tokkoon (8,905 Total)
Dhiira 6,901 (77.5%)
Dubara 1,371 (15.4%)
Garee (kan hin ibsamne) 633 (7.1%)
Umurii jiddu-galeessa (35–60) 4,052 (45.5%)
Dargaggeessa (18–35) 3,500 (39.3%)
Hin Jiru / Hin ibsamne 686 (7.7%)
Manguddoo (60 oli) 472 (5.3%)
Dardara/Shamara (15–18) 116 (1.3%)
Ijoollee (9–15) 53 (0.6%)
Daa’ima/Daa’imattii (0–9) 26 (0.3%)
Namoota miidhama qaamaa qaban 533 (6.0%)
Namoota Miidhama Qaamaa Hin Qabne 8,372 (94.0%)

Oduu fi Odeeffannoo KMNI